fie.nipa,

Mataa, Gateettii, Jilba Fi Quba Miillaa

Mataa, gateettii, jilba fi quba miillaa.

Ija, gurra, funyaan fi afaan.

Mataa, gateettii, jilba fi quba miillaa.
Jilba fi quba miillaa.

<< Previous | Next >>